Appn kun barumsaa gadaa kan of keessa qabu yeroo tau; innis guutumatti barumsaa salphaa irraa gara ulfaatatti kan deemudha. Daaimaan illee irraa barachuu kan dandaaniidha. App baayee xiqqoo taee itti hojjechuufi irraa barachuuf baayee kan nama hin rakkisneedha.